Author: Lydia O. Baxter; UnknownAppears in 1 hymnalFirst Line: Ani kella banama beeka kan warqeen ijaarameeRefrain First Line: Ya mo’aa ayyaana waaqa inni banamadha anafLyrics: 1 Ani kella banama beeka kan warqeen ijaaramee
Isa keessaa ifinni hindhufa nu hundumaaf kan ibsu.
Buufata:
Ya mo’aa ayyaana waaqa inni banamadha anaf
Anaf anaf naf banama dha.
2 Banamaadha hundumaaf dubbi Waaq kan eeganiif
Soreessa fi deegaaf sanyi nama hundumaaf. [Buufata]
3 Eega amma dafiii dhaqii kellaan utuu hin cufamin
Gonfoo ulfina fudhadhu fayyisaan kan siif kennu. [Buufata]
4 Guyya laga du’aa ceene ba’aan keenya hin salphata
Yaaddo keenya ni obbaaffaanna mooti keenyaf faarffanna. [Buufata]Used With Tune: [Ani kella banama beeka kan warqeen ijaaramee]
It looks like you are using an ad-blocker. Ad revenue helps keep us running.
Please consider white-listing Hymnary.org or getting Hymnary Pro
to eliminate ads entirely and help support Hymnary.org.