Go Ad-Free
If you regularly use Hymnary.org, you might benefit from eliminating ads. Consider buying a Hymnary Pro subscription.
15127 | The Cyber Hymnal#15128 | 15129 |
Text: | Dhiga Kristos Duwwa Dhaa |
Author: | Robert Lowry |
Translator: | Unknown |
Tune: | [Cubbu ko maltu dhiqa dhiiga Kristos duwwa dha] |
Composer: | Robert Lowry |
Media: | MIDI file |
1 Cubbu ko maltu dhiqa dhiiga Kristos duwwa dha
Enyuun na qulqulleessa dhiiga Kristos duwwa dha.
Buufata:
Burqitu qulqulluu cubbu koo na dhiqeera
Kan bira hin beeku dhiiga Kristos duwwa dha.
2 Anaan kan qulqullessu dhiiga Kristos duwwa dhaa
Dhifama kan naf kennu dhiiga Kristos duwwa dha. [Buufata]
3 Balleessa koo kan dhiqu dhiiga Kristos duwwa dha
Qorichi jireenya koo dhiiga Kristos duwwa dha. [Buufata]
4 Abdi kootiif nagaan koo dhiiga Kristos duwwa dha
Tolli koo fi fayyinni koo dhiiga Kristos duwwa dha. [Buufata]
Text Information | |
---|---|
First Line: | Cubbu ko maltu dhiqa dhiiga Kristos duwwa dha |
Title: | Dhiga Kristos Duwwa Dhaa |
English Title: | What can wash away my sin? |
Author: | Robert Lowry |
Translator: | Unknown |
Refrain First Line: | Burqitu qulqulluu cubbu koo na dhiqeera |
Language: | Oromo |
Copyright: | Public Domain |
Tune Information | |
---|---|
Name: | [Cubbu ko maltu dhiqa dhiiga Kristos duwwa dha] |
Composer: | Robert Lowry |
Key: | F Major or modal |
Copyright: | Public Domain |